Oromiyaatti beelladoota miiliyoona 99 oliif talaalliin kennameera- BQO
Finfinnee, Waxabajjii 27, 2017(FMC)- Biiroon Qonnaa Oromiyaa bara kana beelladoota miiliyoona 99 fi kuma 300 oliif talaalliin kennameera jedhe.
Naannichatti bara kana lukkuufi loon…