Itiyoophiyaanonni kutannoo diimokiraasiif qaban filannoon agarsiisan- Mahaammud Alii Yusuuf
Finfinnee, Waxabajjii 16, 2018(FMC)- Dura Taa’aan Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammud Alii Yusuuf Itiyoophiyaanonni kutannoo diimokiraasiif qaban filannoo waliigalaa 7ffaan agarsiisaniiru…