Ispoortii Maaraatoonii Mombaayi Atileetonni Ityoophiyaa injifatan Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC) –Har'a ganama fiigicha maaraatoonii Hindii Mombaayitti gaggeeffameen Kooriyaa lamaaniin Atileetonni Ityoophiyaa injifataniiru. Dorgommii dubartootaan…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddaroonni pirojektii Gorgoraa daawwatan Ayana Dheressa Jan 15, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 7, 2015 (FBC)–Biyyoota garaagaraatti Ityoophiyaa kan bakka bu'aan Ambaasaaddaroonni qaama pirojektii 'Maaddii Biyyaaf' kan ta'e pirojektii Gorgoraa daawwataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti nageenyi mirkanaa’uun ittigaafatamummaa biyyattiin waltajjiiwwan idil addunyaarratti… Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Waliigalteen Piriitooriyaa nageenyi Ityoophiyaatti mirkanaa’ee ittigaafatamummaa biyyattiin waltajjiiwwan idil addunyaarratti qabdu akka ba’attu kan ishee…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Faransaay waliigalteewwan deeggarsa faayinaansii lama mallatteessan Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Faransaay waliigalteewwan deeggarsaa faayinaansii lama Finfinnee Embaasii Faransaayitti mallatteessaniru. Deeggarsi faayinaansii jalqabaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa dhimmoota Ardichaarratti tumsa isaanii cimsuuf hojjechaa jiru- Amb.… Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa dhimmoota dhimmoota waloorra darbee dhimmoota ardichaarratti tumsa isaanii cimsuuf hojjechaa jiraachuu Afrikaa Kibbaatti …
Fayyaa Waldichi Godina Arsii Lixaatti piroojeektii fayyaa namoota kuma 251 fayyadamoo taasisu ifoomse Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Waldaan Misooma Oromiyaa Godina Arsii Lixaa aanaa Nageellee Arsiitti piroojeektii fayyaa namoota kuma dhibba 2 fi kuma 51 fayyadamoo taasisu ifoomse.…
Oduu biyya keessaa Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen xalaayaa muudamaa ambaasaaddaroota biyyoota 7 fuudhan Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ambaasaaddaroota biyyoota 7 harkaa xalaayaa muudamaa fuudhan. Pireezidaanti Saahilawarq Zawdeen xalayaa muudamaa…
Oduu biyya keessaa Af-yaa’onni Manneen Maree naannolee Hidha Haaromsaa Ityoophiyaa daawwatan Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Af-yaa’onni Manneen Maree naannolee Hidha Guddicha Haaromsaa Ityoophiyaa daawwatan. Daawwanicharratti Af-yaa’ota manneen mare naannolee hundaa dabalatee…
Biiznasii Gurgurtaa elektirikaa biyyoota ollaatti taasifamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 32 ol argamuu… Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Baattiiwwan 5’n darbanitti biyyoota ollaatti gurgurtaa elektirikaa taasifamerraa galiin Doolaarri miiliyoonni 32fi kumni dhibbi 6 ol argamuu Humni…
Oduu biyya keessaa Ijaarsi Piroojektii Gola Ambaa Adwaa %77 irra gahuu ibsame Ayana Dheressa Jan 13, 2023 0 Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Ijaarsi Piroojektii Gola Ambaa Adwaa Kiiloomeetira zeeroo %77 irra gahuu ibsame. Yeroo ammaa hojiileen xumuraa piroojektichaa hojjetamaa jiraachuu…