Rakkoo dinaagdee walxaxaa furuuf waloon hojjechuun barbachisaa ta’uu ibsame
Finfinnee, Caamsaa 18, 2015(FBC)-Mariin Paanaalii rakkoo dinaagdee walxaxaa Ityoophiyaa mudateef furmaata bu’uura barbaaduu irratti xiyyeeffate gaggeeffamuu ibsameera.
Ministirri…