Oduu biyya keessaa “Hayyuun Eenyu? Ayana Dheressa Jan 2, 2026 0 Ayyaana hundeeffama waggaa 75ffaa Yuunivarsiitii Finfinnee sababeeffachuun barataa duraanii Yuunivarsiitichaa kan turan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad mata duree “ Gahee Hayyootaa…
Oduu biyya keessaa Imalli badhaadhina keenyaa hundarraa hundaan hundaaf akka ta’u ni hojjetama- Obbo Adam Faaraah Ayana Dheressa Dec 31, 2025 0 Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Imalli kallattii badhaadhina diinagdee keenyaa hundarraa hundaan hundaaf akka ta’u ni hojjetama jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti aanaatti Hogganaan…
Ispoortii Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifatan Ayana Dheressa Dec 31, 2025 0 Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) - Taphoota ramaddii xumuraa waancaa Afrikaa 35ffaan Aljeeriyaan Ikkuwaatooriyaal Giinii, Burkiinaa Faasoon ammoo Sudaan injifachuun tapha moo'atanii darbuuf…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa warra faranjootaa sababeeffachuun ergaa baga geessanii… Ayana Dheressa Dec 31, 2025 0 Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ayyaana bara haaraa warra faranjootaa bara 2026 sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru. Dooktar…
Biiznasii Baankiin Invastimantii Siinqee Abbaa Taayitaa Gabaa Kaabbitaalaa Itiyoophiyaarraa eenyama hojii… Ayana Dheressa Dec 31, 2025 0 Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Baankiin Invastimantii Siinqee Abbaa Taayitaa Gabaa Kaabbitaalaa Itiyoophiyaarraa eenyama hojii argate. Baankichi damee Gabaa Kaappitaalaa Itiyoophiyaa…
Oduu biyya keessaa Godinichatti namoonni sagantaa wabii nyaataan deeggaramaa turan kumni 52 ol gargaaramtummaarraa gara… Ayana Dheressa Dec 31, 2025 0 Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Godina Baalee Bahaatti namoonni sagantaa wabii nyaataan deeggaramaa turan kumni 52 ol gargaaramtummaarraa gara oomishuutti ce’an. Itti gaafatamaan…
Oduu biyya keessaa Manni Kitaabaa yaadannoo barreessaa walaloofi yeedaloo artist Yaayyehiyiraad Alaamirroo eebbifame Ayana Dheressa Dec 31, 2025 0 Finfinnee, Mudde 22, 2018 (FMC) – Manni Kitaabaa yaadannoo barreessaa walaloofi yeedaloo artist Yaayyehiyiraad Alaamirroo guyyaa har’aa eebbifameera. Kitaabileefi ragaalee biroo…
Ispoortii Nagallee Arsii Magaalaa Dirre Dhawaa injifate Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Mudde 21, 2018 (FMC) – Tapha CBE Itiyoophiyaa torbee 12ffaan Nagallee Arsiin Magaalaa Dirre Dhawaa goolii 3 fi 0 injifate. Tapha biroon sa’aatii 9:00 irraa eegalee Magaalaan…
Oduu biyya keessaa Dhimma ulaa galaanaa irratti hundi waloon dhaabbachuun barbaachisaadha- Dooktar Geediyoon… Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Dhimma ulaa galaanaa irratti hundi waloon dhaabbachuun barbaachisaadha jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos. Dooktar…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Aadaa Oromoo Amaataroota marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiise Ayana Dheressa Dec 30, 2025 0 Finfinnee, Muddee 21, 2018 (FMC) – Giddugalli Aadaa Oromoo amaataroota ogummaa garaagaraan marsaa 12ffaaf leenjisaa ture eebbisiiseera. Hogganaa itti aanaan Biiroo Aadaafi Tuuriziimii…