COP-32 beekamtii tattaaffii eegumsa naannoo Itiyoophiyaaf kennamedha- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Adoolessa 27, 2018(FMC)- Itiyoophiyaan Yaa’ii COP-32 akka qopheessituuf kan filatamte tattaaffiin eegumsa naannoo ishee beekamtii idil-addunyaa waan argateefidha jedhan Ministirri…