Hojiin iddoowwan Masqallii fi Irreechi itti kabajaman mijeessuu fi qulqulleessuu hojjetamaa jira
Finfinnee, Fulbaana 7, 2018 (FMC) – Hojiin iddoo Ayyaanonni Masqallii fi Irreechi itti kabajaman mijeessuu fi qulqulleessuu hojjetamaa jira jedhe Ejensiin Bulchiinsa Qulqullinaa Magaalaa…