Ispoortii Taphni Maanchistar Siitiifi Liidsi Yuunaaytid ni eegama Ayana Dheressa Feb 28, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 21, 2018 (FMC) – Piriimer Liigii Ingiliz torbee 28ffaan Maanchistar Siitiin garaagarummaa qabxii dursaa liigichaa Arsenaal waliin qabu dhiphisuuf Liidsi Yuunaayiti…
Oduu biyya keessaa Obboleewwan lameen Waltajjii falmii Faanaa irratti… Ayana Dheressa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Hikmaa Kayiraddiin fi Nabiihaa Mahaammad jedhamu. Obboleewwan ilmaan haadha tokkoo ta’an kunneen ilaalcha siyaasaa garaagaraa hordofu. Aadde…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad simannaa kabajaafi ho’aa Azarbaajaanitti taasifameefiif galateeffatan Ayana Dheressa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad simannaa kabajaafi ho’aa Pirezidaantiin Azarbaajaan Ilihaam Aliiyeev taasisaniif galateeffataniiru.…
Oduu biyya keessaa Tumsa hundagaleessa Itiyoo- Azarbaajaan guddachaa dhufe… Ayana Dheressa Feb 27, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 20, 2018 (FMC) – Hariiroon dippiloomaasii Itiyoophiyaafi Azarbaajaan bara faranjootaa 1992 eegale. Hariiroon kun yeroo ammaa boqonnaa haaraarra gaheera.…
Oduu biyya keessaa Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni… Ayana Dheressa Feb 25, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 18, 2018( FMC)- Magaalonni keenya qonnaan bulaa liqimsuu dhaabanii, qonnaan bulaa hammachuun, dinagdee waliinii ni ijaaru jedhan Pirezidaantiin Mootummaa Naannoo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa karaa oonlaayinii kennuuf …. Ayana Dheressa Feb 25, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 18 , 2018 (FMC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa qormaata biyyaalessaa kutaa 12ffaa bara kanaa guutummaatti karaa oonlaayinii kennuuf qophiin taasifamaa jira jedhe.…
Fayyaa Hojimaanni sirna to’annoo balaawwan fayyaa hawaasaa ammayyeessuu ifoome Ayana Dheressa Feb 24, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2018(FMC)- Inistiitiyuutiin Fayyaa Hawaasaa Itiyoophiyaa hojimaata sirna to’annoo balaawwan fayyaa hawaasaa ammayyeessuu ifoomseera. Daayrektarri Olaanaan…
Oduu biyya keessaa Pirojektii lammiilee gara oomishtummaatti ceesise… Ayana Dheressa Feb 24, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 17, 2018(FMC)- Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Pirojektiin Seeftiineetiifi Hojii Misoomaa Magaalotaa lammiilee gara oomishtummaatti ceesiseera jedhe.…
Oduu biyya keessaa Hojiileen misoomaa magaalaa Naqamteetti hojjetamaa jiran guddina magaalichaa saffisiisaa jiru-… Ayana Dheressa Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Hojiileen misoomaa mootummaan magaalaa Naqamteetti hojjechaa jiru guddina magaalichaa saffisiisaa jiru jedhan jiraattonni. Tibba darbe Ministirri…
Oduu biyya keessaa Mootummaa uummataafi seera qabeessa bu’uuressuuf daandiin jiru filannoo qofa- Paartii Badhaadhinaa Ayana Dheressa Feb 23, 2026 0 Finfinnee, Guraandhala 16, 2018 (FMC) – Mootummaa uummataafi seera qabeessa bu’uuressuuf daandiin jiru filannoo qofa jedhe Paartiin Badhaadhinaa. Walga’ii idileen Mana Maree Paartii…