Faalama naannoo hir’isuun, naannoo qulqulluu magariisaafi jireenyaaf mijattuu taate dhaloota…
Finfinnee, Eebla 27, 2015(FBC)- Abbaan Taayitaa Eegumsa Naannoo Oromiyaa faalama naannoo hir'isuun, naannoo qulqulluu magariisaafi jireenyaaf mijattuu taate dhaloota haa dhaalchisnu jechuun…