Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad kantiibota magaalotaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa har’aa kantiibota magaalota 200 olii waliin mari’achuu ibsame. Waltajjicharratti pireezidaantonni naannolees…
Oduu biyya keessaa Humni Waloo Nageenyaa namoota yakkaan barbaadaman ifoomse Ayana Dheressa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22, 2015(FBC)- Humni Waloo Nageenyaa namoota yakkaan barbaadaman ifoomseera. Bu’uuruma kanaan:- 1. Habtaamuu Ayyaalewu 2. Minaalaachoo Simaachoo 3. Biruuk Yibaas…
Oduu biyya keessaa Ibsa Humna Waloo Nageenyaarraa kenname Ayana Dheressa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Humni Waloo Nageenyaa ibsa baaseera. Humni walichaa humnoota finxaaleyyii biyya keessaafi alaa naannoo Amaaraatti aangoo naannichaa humnaan qabachuuf…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila Ministiroota biyyoota Afrikaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan jila Ministiroota biyyoota Afrikaa garaagaraa waliin mari’ataniiru. Obbo Shimallis jila…
Oduu biyya keessaa Sirni awwalcha Obbo Girmaa Yeshiixilaa raawwate Ayana Dheressa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Sirni awwalcha Obbo Girmaa Yeshiixilaa bakka dhaloota isaaniitti raawwateera. Sirni awwaalcha isaaniirratti maatiifi firri, waahellan hojii akkasumas…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Bariisoo Amaloon durfamu buufata hundagaleessa Dooraaleehi daawwate Ayana Dheressa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Jilli Hojii Raawwachiisaa Olaanaa Tajaajila Geejjiba Galaanarraafi Loojistiksii Dooktar Bariisoo Amaloon durfamu Jibuutiitti buufata hundagaleessa Dooraaleehi…
Oduu biyya keessaa Barsiisonniifi hoggantoonni damee barnootaa magaalaa Finfinnee Piroojektoota garaagaraa daawwatan Ayana Dheressa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Barsiisonniifi hoggantoonni damee barnootaa magaalaa Finfinnee Piroojektoota garaagaraa magaalichatti ijaaraman daawwatan. Barsiisonniifi hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Jilli Niijer, Taanzaaniyaa,Zaambiyaafi Kootdiiviwaar daawwannaa hojiif Finfinnee gale Ayana Dheressa Apr 30, 2023 0 Finfinnee, Eebla 22,2015(FBC)- Jilli garee hoggantoota olaanoo mootummoota Niijer, Taanzaaniyaa,Zaambiyaafi Kootdiiviwaar daawwannaa hojiif Finfinnee galeera. Jilli garee kun wayita…
Oduu biyya keessaa Humnoota finxaaleyyii naannoo Amaaraa aangoo naannichaa humnaan to’achuuf tattaaffatan irratti… Ayana Dheressa Apr 28, 2023 0 Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Naannoo Amaaraatti humnoota finxaaleyyii sirna heera mootummaa diiguun aangoo naannichaa humnaan to’achuuf tattaaffatan irratti tarkaanfiin keessa deebii hin…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti warshaa Awutoobisii Eelektirikaa hundeessuuf waliigalame Ayana Dheressa Apr 28, 2023 0 Finfinnee, Eebla 20, 2015(FBC)- Ityoo-Injinariing Giruuppiifi Waldaan Aksiyoona Daandii Baaburaa Chaayinaa Rooliing Ityoophiyaatti warshaa Awutoobisii Eelektirikaa hundeessuuf waliin…