Idil Addunyaa Gatiin boba’aa idil addunyaa dabaluu gabaafame Ayana Dheressa Apr 3, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 25, 2015(FBC)- Biyyoonni miseensa ergitoota boba’aa(OPEC) hanga boba’aa gabaa idil addunyaaf dhiyeessan hir’isuuf murteessuu beeksisan. Biyyoonni kunneen guyyaatti…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan 3 dhufanitti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7 ol gara biyyaa ni gala- Ministeera Qonnaa Ayana Dheressa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015(FBC)- Baatiiwwan 3 dhufanitti xaa’oon kuntaalli miiliyoonni 7fi kumni 700 gara biyyaa kan galu ta’uu Ministeerri Qonnaa beeksise. Bara oomishaa 2015/16’f…
Oduu biyya keessaa Faawundeeshiniin Maastar Kaard Sagantaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 630 ol raggaasise Ayana Dheressa Apr 1, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 23, 2015(FBC)- Faawundeeshiniin Maastar Kaard Marsaa 2ffaa Sagantaa Ityoophiyaaf Doolaara miiliyoona 630 ol raggaasisuu Ministeerri Hojiifi Ogummaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannoo Oromiyaa lammiilee godina koonsoo hongeen miidhameef deeggarsa Birrii miiliyoona… Ayana Dheressa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Mootummaan naannoo Oromiyaa lammiilee godina koonsoo hongeen miidhameef deeggarsa midhaan nyaataa Birrii miiliyoona 20’tti shallagamu taasisuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti Pirojektoonni bishaan dhugaatii Faawundeeshinii Artist Hacaaluu Hundeessaan Birii… Ayana Dheressa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Godina Booranaatti Pirojektoonni bishaan dhugaatii Faawundeeshinii Artist Hacaaluu Hundeessaan Birrii miiliyoona 22fi Kuma 148 oliin ijaaraman xumuramuun…
Teeknooloojii Sagantaan muuxanno gaarii saayinsii hawaa Raashiyaa qooddachuu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Sagantaan muuxanno gaarii saayinsii hawaa Raashiyaa qooddachuu magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira. Saganticha kan qopheessan Ityoophiyaatti…
Oduu biyya keessaa Lammiilee waraanaan miidhaman deebisanii dhaabuun nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjechuun… Ayana Dheressa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Lammiilee waraana kaaba biyyattiitti mudatee tureen miidhaman deebisanii dhaabuun nageenya waaraa mirkaneessuuf hojjechuun barbaachisaa ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Karaa walfakkaatuun xaa’oofi sanyii filatamaa waliin gahuuf hojjetamaa jira- BQO Ayana Dheressa Mar 31, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 22, 2015(FBC)- Karaa walfakkaatuun xaa’oofi sanyii filatamaa waliin gahuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Kan bara darbeerra bara kana roobni…
Oduu biyya keessaa Tamirri qulqullinni isaa hin eegamneefi same gabaaf dhiyaachuuf ture mana nama dhuunfaa keessatti… Ayana Dheressa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Tamirri qulqullinni isaa hin eegamneefi same gabaaf dhiyaachuuf ture mana nama dhuunfaa keessatti to’atamuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbileen Chaayinaa Ityoophiyaatti damee albuudaarratti bobba’uuf fedhii qabaachuu ibsan Ayana Dheressa Mar 30, 2023 0 Finfinnee, Bitootessa 21, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Habtaamuu Tagany abbootii qabeenyaa Chaayinaa waliin mari’ataniiru. Maricharratti abbootii qabeenyaa Chaayinaaf…