Aadde Adaanach Abeebeen garee Kubbaa Miilaa Qiddus Goorgisiifi Buna Ityoophiyaa waliin mari’atan
Amajjii 3, 2015(FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen garee Kubbaa Miilaa Qiddus Goorgisiif Buna Ityoophiyaa akkasumas deeggartoota garee biyyaalessaa waliin mari’atan.…