Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin gitasaanii Chaayinaa waliin mari’atan Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Chiin Gaang waliin mari’atan.…
Biiznasii Waliigaltee nageenyaa asitti sochiileen hojii Paarkiiwwan indaastirii dadammaqaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Waliigaltee nageenyaan booda sochiileen hojii Paarkiiwwan indaastirii dadammaqaa jiraachuu Korporeeshiniin Misooma Paarkiiwwan Indaastirii beeksise. Gaaffii…
Oduu biyya keessaa Liigiin Musiliimaa Idil Addunyaa Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii waliin mari’ate Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Liigiin Musiliimaa Idil Addunyaa Ityoophiyaatti iddoolee miidhaman deebisanii dhaabuuf Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii waliin mari’ateera. Jilli Liigii…
Oduu biyya keessaa Faanaa Broodkaastiing Korporeetiifi Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa waliigaltee waliif… Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Faanaa Broodkaastiing Korporeetiifi Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa haala waliin hojjechuu danda’anirratti waliigaltee waliif mallatteessan.…
Biiznasii Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 66 olitti tilmaamamu to’atamuu ibsame Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Meeshaaleen kontiroobaandii Birrii miiliyoona 66 fi kuma dhibba 6’tti tilmaamaman Waajjiraalee Gumruukaa dameewwan Dirree Dawaafi Jigjigaatti to’atamuu Komishiniin…
Oduu biyya keessaa Jilli Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun durfamu gara Maqaleetti imale Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun durfamu gara Maqaleetti imaluu ibsame. Kaayyoon imala jilichaa…
Oduu biyya keessaa Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan Ayana Dheressa Jan 10, 2023 0 Amajjii 2, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa daawwannaa Afrikaatti taasisan Ityoophiyaarraa eegaluun guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru. Dhiyeenya Ministira Ministeera…
Oduu biyya keessaa Naannoo Gambeellaatti giddugalli qindeessa qurxummii eebbifame Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Naannoo Gambeellaatti giddugalli qindeessaafi gurgurtaa qurxummii eebbifameera. Giddugalichi qabeenya qurxummii naannichaa karaa ammayyaan misoomsuufi itti…
Oduu biyya keessaa Tajaajila geejjibaa uummataa irratti fooyya’iinsi taariifaa taasifamuu ibsame Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Tajaajila geejjibaa uummataa qaxxaamura biyyaarratti fooyya’iinsi taariifaa taasifamuu Ministeerri Geejjibaafi Loojistikii beeksise. Fooyya’iinsichi konkolaattota…
Biiznasii Waldichi ji’oottaan 5’n darbanitti galii Birrii biiliyoona 2.5 argachuu beeksise Ayana Dheressa Jan 9, 2023 0 Amajjii 1, 2015(FBC)- Waldaan Daandii Baaburaa Ityoo-Jibuutii ji’oottan 5’n darbanitti galii Birrii Biiliyoona 2.5 argachuu beeksise. Hojii raawwachisaan Waldichaa Obbo Abduu Zannabaa…