Ityoophiyaafi Ugaandaa tumsa gama Raayyaa Ittisaan qaban cimsuuf kan hojjetan ta’uu ibsame
Finfinnee, Guraandhala 7, 2015 (FBC)- Ityoophiyaafi Ugaandaa tumsa gama Raayyaa Ittisaan qaban daran cimsuuf kan hojjetan ta’uu Ministoroonni Raayyaa Ittisaa Biyyaa biyyoota lameenii ibsan.…