Manni Maree naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira
Finfinnee, Guraandhala 6, 2015(FBC)- Manni Maree Naannoo Uummattota Kibba Lixa Ityoophiyaa Yaa’ii Idilee 3ffaa Mana Maree 6ffaa bara hojii 2ffaa magaalaa Tarcaatti gaggeessaa jira.…