Oduu biyya keessaa Ayyaanni Mawuliidaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaanni Mawuliidaa 1497ffaan hordoftoota Amantaa muslimaan kabajamaa jira. Ayyaanni guyyaa dhaloota Nabiyyuu Mahaammad magaalaa Finfinnee masjiidaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaana Mawulidaa kan kabajnu seenaa addunyaafi jireenya dhala namaa jijjiruun tahuu qaba-MM Abiy… Ayana Dheressa Oct 8, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 28, 2015(FBC)- Ayyaana Mawulidaa kan kabajnu seenaa addunyaafi jireenya dhala namaa jijjiruun tahuu qaba jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad. Muummeen Ministiraa…
Oduu biyya keessaa Jilli Keeniyaa kabaja ayyaana Irreechaatiif dhufe godina Baaleetti iddoowwan hawwata turizimii… Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Hawaasni Keeniyaa kabaja ayyaana Irreechaatiif gara Itoophiyaa dhufan godina Baaleetti iddoowwan hawwata turizimiifi kilaastara misooma qamadii…
Ispoortii Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa… Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Tapha Piriimarliigii Beetkiingii Ityoophiyaa torban 2ffaan Gareen Kubbaa Miilaa Adaamaafi Hadiyyaa Hoosaanaa milkaa’aniiru. Guyyaa har’aa taphoonni…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad hojii mooraa miidhagsuu Yuunivarsiitii Injibaaraa dinqisiifatan Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad hojii mooraa miidhagsuu Yuunivarsiitii Injibaaraa dinqisiifatan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Idil Addunyaa Muummeen Ministeeraa Hangaarii Gamtaan Awurooppaa Raashiyaarra qoqqobbii akka kaasu gaafatan Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Muummeen Ministeeraa Hangaarii Viiktoor Orbaan Gamtaan Awurooppaa Raashiyaarra qoqqobbii akka kaasu gaafatan. Qoqqobbichi waraana Raashiyaafi Yuukireen…
Oduu biyya keessaa Hooggansiifi hojjattoonni Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa RIB’f dhiiga arjooman Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Hooggansiifi hojjattoonni Waajjira Pireezidaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa aantummaa Raayyaa Ittisa Biiyyaatiif qaban dhiiga arjoomuun argisiisuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimadiifi Obbo Dammaqaa Makonnin Jigjigaa galan Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Paartii Badhaadhinaa Dooktar Abiy Ahimadiifi Ittaanaan Pireezidaantii Paartii Badhaadhinaa Obbo Dammaqaa Makonnin Yaa’ii Koree Hojii…
Oduu biyya keessaa Naannolee Afur keessatti manneen barnootaa 16 ijaarsisuuf waliigalteen mallatteeffame Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Dhaabbanni “Namoonni Namootaaf” fi Ministeerri Barnootaa waliin ta’uun naannolee Afur keessatti manneen barnootaa 16 ijaarsisuuf waliigaltee mallatteessan.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Dirree Dawaatti murtoon daballii kiraa manaa dhorku baatii 5’f dheereffame Ayana Dheressa Oct 7, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 27, 2015(FBC)- Magaalaa Dirree Dawaatti murtoon daballii kiraa manaafi kireeffattoota mana gadi lakkisiisuu dhorku baatii 5’f dheereffame. Kaabineen magaalichaa…