Gareen Gochaa Diyaaspooraa Idil Addunyaa Ityoophiyaa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 442…
Finfinnee, Guraandhala 2, 2015 (FBC)- Gareen Gochaa Diyaaspooraa Idil Addunyaa Ityoophiyaa meeshaalee yaala fayyaa Birrii miiliyoona 442’tti shallagamu Ministeera Fayyaaf deeggarsa taasise.…