Naannichatti nageenyi waaraan akka mirkanaa’uuf mootummaan wareegama guddaa kaffaleera- Obbo…
Finfinnee, Mudde 7, 2015(FBC)- Naannoo Beenishaangul Gumuzitti nageenyi waaraan akka mirkanaa’uuf mootummaan wareegama guddaa kaffaleera jedhan Pireezidaantiin naannichaa Obbo Ashaadilii…