Oduu biyya keessaa Shariikummaa gadadoo keessaa ba’uuf imala Shikkirrii Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Aadde Elemaa Bulee Jiraattuu Godina Booranaa Aanaa Yaaballoo ganda Diida Yaabaalloo yoo taatu maqaa masoo Shikkirrii jedhamuun beekamti. Aadde Elemaan…
Idil Addunyaa Qaala’iinsa gatii idil addunyaa dandamachiisuuf furmaata bu’uura barbaachisa jedhame Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Qaala’iinsa gatii idil addunyaa dandamachiisuufi guddina itti fufsiisuuf furmaanni bu’uura kan barbaachisu ta’uu hogganaan Dhaabbata Daldalaa Addunyaa…
Oduu biyya keessaa Sagantaan hundeeffama Waldaa Qorannoo Oromoo Magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Sep 29, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 19, 2015 (FBC)- Sagantaan hundeeffama Waldaa Qorannoo Oromoo Magaalaa Finfinnee Hoteela Ililliitti gaggeeffamaa jira. Jala bultii Ayyaana Irreechaa irratti hayyoonni…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen adeemsa marii biyyaalessaa maallaqaan deeggaruu dandeessisu mallatteeffame Ayana Dheressa Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Sanadni Sagantaa adeemsa marii biyyaalessaa maallaqaan deeggaruu dandeessisu Ministeera Maallaqaa, Komishinii Marii Biyyaalessaafi Sagantaa Misooma…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti Ayyaanni Irreechaa har’a irraa eegalee kabajama jedhame Ayana Dheressa Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Magaalaa Finfinneetti Kabajni Ayyaana Irreechaa guyyaa har’aarraa eegalee hanga Fulbaana 21, 2015tti bifa ho’aan kan kabajamu ta’uu bulchiinsi magaalichaa…
Oduu biyya keessaa Jaappaan Ityoophiyaaf bittaa konkolaattota kilinika socho’aaf deeggarsa Birrii miiliyoona 185… Ayana Dheressa Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Jaappaan Ityoophiyaaf deeggarsa bittaa konkolaattota kilinika socho’aaf oolu Birrii miiliyoona 185 taasisuu ibsame. Konkolaattonni kunneen meeshaalee…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin qorannoo Idil-Addunyaa Ityoophiyaa gaggefamaa jira Ayana Dheressa Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Yaa’iin qorannoo Idil-Addunyaa Ityoophiyaa Yuuniivarsiitii Finfinneetti gaggefamaa jira. Yaa’icharraati Pireezedaantiin Ityoophiyaa Saahilawarqi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa karaa nagaan akka kabajamuuf qophiin taasifamaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa Sep 28, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 18,2015 (FBC)- Ibsituu Ityoophiyaanotaa kan ta’e Ayyaanni Irreechaa karaa nagaan akka kabajamuuf qophiin taasifamaa jira jedhan sadarkaa Ittaanaa Kantiibaatti Hojii…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Daamaraa Masqalaa nagaan xumuramuu Koreen Waloo Nageenyaa beeksise Ayana Dheressa Sep 27, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) – Ayyaanni Daamaraa Masqalaa guutuu biyyattiitti karaan nagaan kabajamee xumuramuu Koreen Waloo Nageenyaa beeksise. Korichi hojii dursanii…
Oduu biyya keessaa Addunyaa kanarraa du’aan boqochuu artist Maandingoo Afawarqiin gaddi itti dhagahamuu Muummeen… Ayana Dheressa Sep 27, 2022 0 Finfinnee, Fulbaana 17, 2015 (FBC) – Addunyaa kanarraa du’aan boqochuu artist Maandingoo Afawarqiin gaddi itti dhagahamuu Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ibsaniiru. Artistichi umriisaa…