Jilli Obbo Awwaluun durfamu Godina Wallagga Bahaatti oomisha qamadii bonee daawwate
Finfinnee, Amajjii 24, 2015(FBC)- Jilli Ittaanaa Pireezidaantii naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin durfamu Godina Wallagga Bahaa aanaa Leeqaa Dullachaatti oomisha qamadii bonee daawwate.…