Piroojektiin Doolaara miiliyoona 180 godaantotaafi hawaasa fayyadamoo taasisu ifoome
Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Piroojektiin deebii dhiibbaa godaantotaa marsaa 2ffaan Doolaara miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 80 hojiirraa ooluufi godaantotaafi hawaasa fayyadamoo…