Waliigalteen nageenyaa mallatteeffame investimantii Ityoophiyaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuu…
Finfinnee, Sadaasa 4, 2015(FBC)- Waliigalteen nageenyaa mootummaafi ABUT gidduutti mallatteeffame investimantii Ityoophiyaa guddisuuf gahee olaanaa qabaachuu Komishiniin Invastimantii…