Idil Addunyaa Paaksitaanitti balaa lolaatiin lubbuun namoota 1061 darbe Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Baatii Waxabajjii irraa eegalee Paakistaanitti balaa lolaatiin lubbuun namoota kuma 1 fi 61 darbuu gabaafame. Balichaan namoonni miiliyoona 33 ol…
Oduu biyya keessaa Humni qilleensichaa Ityoophiyaa kabachiisuuf qophaa’ummaa olaanaarratti argama- L/J Yilmaa Mardaasaa Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Humni qilleensaa Ityoophiyaa wareegama kaffalamuu qabu hunda kaffaluun biyyattii kabachiisuuf sadarkaa qophaa’ummaa olaanaarratti kan argamu ta’uu Ajajaa…
Fayyaa Biriichii bara 2014tti Piroojektoota 926 ijaaruu ibse Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Biiroon Fayyaa Oromiyaa bara baajataa 2014tti piroojektoota 926 ijaaree xumursiisuu ibseera. Biirichi raawwii bara 2014 fi karoora 2015 irrattii ibsa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad golaambaa wareegamtootaa Aljeers daawwatan Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)- Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad daawwannaa hojii Aljeeriyaatti taasisaa jiraniin golaambaa wareegamtootaa magaalaa Aljeersitti argamu daawwatan. Muummeen…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisa Biyyaa garee shororkeessaa ABUTiin barbadeessaa jiraachuu ibse Ayana Dheressa Aug 29, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 23, 2014(FBC)-Raayyaan Ittisa Biyyaa garee shororkeessaa ABUTiif akkaataa dhufaatii isaatti duubdeebii kennaafii jiraachuufi barbadeessaa jiraachuu ibseera. Raayyichi…
Oduu biyya keessaa Raayyichi itti gaafatamummaa biyyaalessaafi uummatummaasaa ofeeggannoo cimaan ba’achaa jira- RIB Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa eegduu lammiilee Ityoophiyaa hundaa waan ta’eef itti gaafatamummaa biyyaalessaafi uummatummaasaa ofeeggannoo cimaan ba’achaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan gootota ijoolleesheen ni kabajamti- Ajajaa Olaanaa naannawaa dirqamaa Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Biyya goototaa kan taate Ityoophiyaan injifatamtees, diina kamiifuu jilnbeenfattee hin beektu bara kenyaattis hin salphattu wareegama gootota…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii barattoota kuma 4 ol eebbisiise Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii damee Shaashamannee barattoota muummee garaagaraatiin barsiisaa turee kuma 4 ol guyyaa har’aa eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa ABUT irra deebiin waraana labsuun nageenyaaf bakka kan hin qabne ta’uusaa mirkaneessa- MNG Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – ABUT irra deebiin waraana labsuun nageenyaaf bakka kan hin qabne ta’uusaa kan mirkaneessu ta’uu Mootummaan Naannoo Gaambeellaa ibse. Gareen…
Oduu biyya keessaa Mootummaan naannichaa Weerara ABUT qolachuufi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf qophiidha jedhe Ayana Dheressa Aug 28, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Beenishaangul Gumuz tattaaffii weerara gareen shororkeessaa ABUT naannolee Amaaraafi Afaaritti eegale qolachuufi birmadummaa biyyaa…