Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaa keessummeessuuf mariin gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 15, 2015(FBC)- Yaa’ii hoggantoota Gamtaa Afrikaa 36ffaafi Walga’ii mana mare hojii raawwachiistuu 41ffaa haala milkaa’ina qabuun gaggeessuuf koreen waloo biyyaalessaa…