Baatiiwwan 5 darbanitti oomisha bunaarraa galii Doolaarri miiliyoonni 615 ol argamuu ibsame
Finfinnee, Mudde 11, 2015(FBC)- Baatiiwwan shanan darbanitti oomisha bunaa gabaa alaaf dhiyaaterraa galii Doolaarri miiliyoonni 615 ol argamuu Abbaan Taayitaa Bunaafi Shayii Ityoophiyaa…