Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti agarsiisni oomishaalee qonnaa baname Ayana Dheressa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Magaalaa Finfinneetti mata duree “Qonna dhiibbaa guddaa akka uumu dandeessisuu” jedhuun agarsiisni oomishaalee qonnaa Komishinii Diinagdee Afrikaatti…
Oduu biyya keessaa Naannichatti qabeenyi dhuunfaafi waloo qaama sadaffaaf akka hin dabarfamne dhorkiin kaa’ame Ayana Dheressa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Naannoo Somaaleetti qabeenyi dhuunfaafi waloo qaama sadaffaaf akka hin dabarfamne dhorkiin yeroo kaa’amuu Koreen farra malaammaltummaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Namni dhuunfaa Konkolaattota dhaalaman irraa lakkoofsa gabatee hiikuun gocha seeraan alaaf itti… Ayana Dheressa Dec 6, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 27, 2015(FBC)- Namni dhuunfaa Konkolaattota dhaalaman irraa lakkoofsa gabatee hiikuun gocha seeraan alaaf itti fayyadamaa ture harkaa harkatti to’atamuu Poolisiin…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensichaa baasii geejjibaa daa’imman wal’aansa dhibee onneef biyya alaatti imalan 100… Ayana Dheressa Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa baasii geejjibaa daa’imman wal’aansa baqaqsanii yaaluu dhibee onneef gara biyya alaatti imalan 100 kan uwwisu ta’uu ibse.…
Idil Addunyaa Humnoonni waraanaafi siiviilii Sudaan gaaga’ama siyaasaa hambisuuf waliigalan Ayana Dheressa Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Humnoonni waraanaafi siiviilii Sudaan gaaga’ama siyaasaa biyyattii hambisuuf waliigaltee waliif mallatteessan. Humnoonni lameen waliigaltee waldhabdee…
Idil Addunyaa Raashiyaan murtoo Gamtaan Awuuroppaa gatii boba’aarratti baase hin fudhadhu jette Ayana Dheressa Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Raashiyaan murtoo Gamtaan Awuuroppaa gatii boba’aarratti baase kan hin fudhanne ta’uu beeksifte. Minseensonni Gamtaa Awuroppaa Raashiyaan oomisha…
Oduu biyya keessaa Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira Ayana Dheressa Dec 5, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 26,2016 (FBC)- Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti Magaalaa Shaashamanneetti kabajamaa jira. Guyyaan Sabootaafi Sablammootaa 17ffaan…
Oduu biyya keessaa Hojii mootummaan waliingahiinsa deeggarsa namoomaarratti hojjechaa jiru kan dinqisiifatamu- OCHA Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Hojii mootummaan waliingahiinsa deeggarsa namoomaarratti hojjechaa jiru kan dinqisiifatamu ta’uu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomaniitti Biiroon Qindeessa…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Walabaa gorsitoota Diinagdee qorannoo gaggeesse ifoomse Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Muummee Ministiraa Abiy Ahimadiin kan hundaa’e Yaa’iin Walabaa gorsitoota Diinagdee qorannoo gaggeesse ifoomseera. Yaa’ichi dhimmoota diinagdeerratti…
Oduu biyya keessaa Bakkeewwan walitti bu’iinsi turetti buufataaleen boba’aa hojii akka eegalan ni taasifama jedhame Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Bakkeewwan walitti bu’iinsi turetti buufataaleen boba’aa hojii akka eegalan kan taasifamu ta’uu Abbaan Taayitaa boba’aafi Inarjii beeksise. Bakkeewwan…