Fayyaa Haadhi tokko si’a tokkotti daa’imman afur nagaan ofkalte Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Hospitaala Kompireensiivii Ispeeshaalaayizdi Waraabeetti haadhi tokko si'a tokkotti daa’imman afur nagaan ofkoluu ibsame. Aadde Nafiisaa Shamsaddiin…
Oduu biyya keessaa Piroojektiin Doolaara miiliyoona 180 godaantotaafi hawaasa fayyadamoo taasisu ifoome Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Piroojektiin deebii dhiibbaa godaantotaa marsaa 2ffaan Doolaara miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 80 hojiirraa ooluufi godaantotaafi hawaasa fayyadamoo…
Oduu biyya keessaa Ogeessi kenna tajaajila mootummaaf matta’aa Birrii miiliyoona 3.5 gaafate to’atame Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Ogeessi kenna tajaajila mootummaaf matta’aa Birrii miiliyoona 3fi kuma dhibba 5 gaafachuun Birrii miiliyoona 1fi kuma 5 fudhate to’atamuun qorannoon irratti…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan waggoottan darbanitti misooma indaastiriin biyyoota Afrikaa raawwii gaarii qaban 10… Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Ityoophiyaan waggoottan sadan darbanitti misooma indaastiriin biyyoota Afrikaa raawwii gaarii qaban 10 keessaa tokko ta’uu Baankiin Misooma Afrikaa ibse.…
Ispoortii Tapha Waancaa Addunyaa har’aan taphoonnii mo’atanii darbuu 2 ni taphatamu Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Taphni Waancaa Addunyaa mo’atanii darbuu guyyaa har’aa ni eegala. Taphoota kanaan duraan rammadii 1ffaarraa sadarakaa 1ffaan kan darbite Neezaarland…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Finfinnee guyyaa sabaafi sablammootaa kabaje Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Manni Maree Magaalaa Finfinnee mata duree “Tokkummaa Sab-daneessummaa keenya nageenya waaraaf” jedhuun guyyaa sabaafi sablammootaa 17ffaa kabajeera.…
Oduu biyya keessaa Yaadni murtoo qaamolee kontroobaandii irratti bobba’an irratti tarkaanfii fudhachuu dandeessisu… Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa Koomishinii Gumruukaa waliin ta’uun Yaada murtoo qaamolee kontroobaandiifi daldala seeraan alaa…
Oduu biyya keessaa Torbeen Intarpirinarshiippii mata duree “ Qormaatilee Miliyoonaaf Carraawwan Miiliyoona” jedhuun… Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Torbeen Intarpiriinarshiippii Idil Addunyaa mata duree “ Qormaatilee Miliyoonaaf Carraawwan Miiliyoona” jedhuun gaggeeffamaa ture har’as itti fufeera.…
Oduu biyya keessaa Guyyaan qaama miidhamtootaa Magaalaa Dirree Daawaatti Kabajame Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Guyyaan qaama miidhamtootaa akka addunyaatti yeroo 31ffaaf akka Ityoophiyaatti ammo yeroo 30ffaaf mata duree “waliin gahiinsa kalaqa hojii qaama…
Oduu biyya keessaa Abbaan Alangaa Waliigalaa Oromiyaa Malaammaltoota irratti tarkaanfii fudhachaa jiraachuu Ibse Ayana Dheressa Dec 3, 2022 0 Finfinnee, Sadaasa 24, 2015(FBC)- Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa baatiiwwan sadan darbanitti namoota kuma 1fi 321 irratti himata malammaltummaa banuun murtoo kennisiisuu ibse.…