Oduu biyya keessaa Ministirri Muummee Bahaamaas Finfinnee galan Ayana Dheressa Sep 6, 2025 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2017(FMC)- Ministirri Muummee Bahaamaas Filiippi Deeviis yaa’ii Hawaasa Afrikaa- Kaariibiyaan irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru. Filiippi Deeviis wayita…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina diinagdee Itiyoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha- Dooktar… Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad milkaa’ina diinagdee Itiyoophiyaa dandeettii loltummaan cimsuufi deeggaruun barbaachisaadha jedhan.…
Oduu biyya keessaa Nageenyi naannawichatti mirkanaa’e misoomni magaalaa Naqamtee akka ariifatuuf haala mijataa uumeera-… Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahamaan nageenyi naannawichatti mirkanaa’e misoomni magaalaa Naqamtee akka ariifatuuf haala mijataa uumeera…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Guddichi eenyummaa fi asxaa biyyaalessaa keenya- Hojjettoota Hidhichaa Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Hidhi Haaromsaa Guddichi eenyummaa fi asxaa biyyaalessaa keenya jedhan hojjettoonni Hidhichaa. Waggoottan 14 darbaniif Hidha Haaromsaatti…
Oduu biyya keessaa Mootummaan nageenya waaressaa, misooma fayyadamummaa uummataa mirkaneessan baay’inaafi… Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Pireezidaantii itti aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdiin mootummaan nageenya waaressaa, misooma ariifataa fayyadamummaa uummataa…
Biiznasii Oomishaalee ayyaanaaf barbaachisan haala ga’aan uummataaf dhiyeessuuf hojjetamaa jira Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC) – Ayyaanota fuula dura jiran uummanni haala gaariin akka kabajatuuf omishaaleen qonnaa fi indaastirii bifa ga’aa ta’een akka dhiyaataniif hojjetamaa…
Oduu biyya keessaa Kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf riifoormii seeraa hojiirra oolchuun hojjetamaa jira-Biiricha Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayyaa 29, 2017 (FMC)- Biiroon Abbaa Alangaa Waliigalaa Oromiyaa kenniinsa tajaajilaa fooyyessuuf riifoormii seeraa bal’aa hojiirra oolchuun hojjetamaa jira jedhe. Yaa'iin…
Idil Addunyaa Naayijeeriyaatti bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 60 darbe Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Kaaba Naayijeeriyaa Bulchiinsa Niijeeritti bidiruun dhidhimuun lubbuun namoota 60 darbuun gabaafame. Bidiruun kun daa’imman dabalatee namoota 100 ol…
Oduu biyya keessaa Hidhi Haaromsaa Guddichi xumuramuun isaa nu boonseera-Rogeeyyii Miidiyaa Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayyaa 29, 2017 (FMC)- Hidhi Haaromsaa Guddichi xumuramuun isaa nu boonseera jedhan rogeeyyiin miidiyaa. Ustaaz Jamaal Bashir Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniif yaada kenneen,…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti oomishaaleen ayyaanaaf barbaachisan gahaan dhiyaataniiru- Biiroo Daldalaa Magaalichaa Ayana Dheressa Sep 4, 2025 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2017(FMC)- Magaalaa Finfinneetti Ayyaana bara haaraaf oomishaaleen barbaachisan haala gahaa ta'een dhiyaataniiru jedhe Biiroon Daldalaa Magaalichaa. Hoggantuun…