Teeknooloojii Labsichi nageenya saayibarii cimsuuf murteessaadha Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Labsiin nageenya bu’uuraalee misoomaa ijoo haaraan nageenya saayibarii cimsuuf murteessaadha jedhan Daayrektarri Olaantuun Bulchiinsa Nageenya Odeeffannoo…
Teeknooloojii Milkaa’inni nageenya saayibarii Itiyoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a- Beeniin Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Milkaa’inni nageenya saayibariifi ijaarsa dandeettii Itiyoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a jedhan Ministirri Ce’umsa Diijitaalaafi Innooveeshinii Beeniin…
Oduu biyya keessaa Ukkaamsaa garee seeraan alaa ABUT irratti qabsaa’uu qabna- Dargaggoota naannichaa Ayana Dheressa Aug 7, 2026 0 Finfinnee, Hagayya 1, 2018(FMC)- Gochaa ukkaamsaafi waraanaaf kakaasuu garee seeraan alaa ABUT irratti qabsaa’uu qabna jedhan dargaggoonni naannoo Tigraay ukkaamsaa garichaa dheessan.…
Oduu biyya keessaa Pirojektoota qulqullinaan xumuruun aadaafi ibsituu mootummaa ida’amuuti- Obbo Tamasgeen Xurunaa Ayana Dheressa Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Pirojektoota jalqabuun qulqullinaan xumuruun aadaafi ibsituu mootummaa ida’amuuti jedhan Ministirri Muummee Itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaa. Obbo…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad Baahir Daaritti hojiilee misoomaa daawwatan Ayana Dheressa Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018( FMC)- Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Baahir Daaritti hojiilee misoomaa daawwataniiru. Ministirri Muummee…
Oduu biyya keessaa Mootummaan hannaa fi seer-maleessummaa ittisuuf tarkaanfii cimaa fudhataa jira – TKM Ayana Dheressa Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) - Mootummaan hannaa fi seer-maleessummaa ittisuuf tarkaanfii cimaa fudhataa jira jedhe Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa. Tajaajilichi ibsa baaseen,…
Oduu biyya keessaa Terminaalichi tajaajila mijataafi si’ataa kenna- Dooktar Abiy Ahimad Ayana Dheressa Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Terminaalli haaraan buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa tajaajila mijataa fi si’ataa kenna jedhan Ministirri Muummee RDFI…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad terminaala haaraa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa… Ayana Dheressa Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Ministirri Muummee RDFI Dooktar Abiy Ahimad Baahir Daaritti terminaala haaraa buufata xiyyaaraa idil-addunyaa Dajjaazmaach Balaay Zallaqaa eebbisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Tajaajilli Tola Ooltummaa gara aadaa dhaabbilee ta’uutti ce’eera- Dooktar Habtaamuu Ittafaa Ayana Dheressa Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Tajaajilli Tola Ooltummaa waqtii Gannaa gara aadaa dhaabbilee ta’uutti ce’eera jedhan Ministirri Ministeera Bishaaniifi Inarjii Dooktar Habtaamuu…
Biiznasii Bara baajataa 2018 oomisha albuudaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5.7 ol argame Ayana Dheressa Aug 6, 2026 0 Finfinnee, Adoolessa 30, 2018(FMC) – Bara baajataa 2018 oomisha albuudaarraa galiin Doolaarri biiliyoonni 5 fi miiliyoonni 700 ol argameera jedhe Ministeerri Albuudaa. Ministeerichi…