Oduu biyya keessaa Ministeerichi Traakteroota 37 naannoleef qoode Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii oomishaafi oomishtummaa mirkaneessuuf kan gargaaran traakteerota 37 naannoleef qoode. Ministeerichi…
Oduu biyya keessaa Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Somaalee Obbo Muusxafee Mahaammadiin durfamu Goodee gale. Jilli Preezdaantii naannichaa obbo Muusxafee Mahaammad dabalatee…
Oduu biyya keessaa Agarsiisni kalaqa hojii fi saayinsii 7ffaan gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Agarsiisni kalaqa hojii fi saayinsii 7ffaan qopheessummaa Biiroo Barnootaa magaalaa Finfinneen Paarkii Michummaatti gaggeeffamaa jira. Agarsiisichi…
Teeknooloojii Maayikroosoof waggoottan 27 booda Appilikeeshinii “Intarneet Eksipoloorar” tajaajila isaa keessaa… Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Maayikroosoof waggoottan 27 booda Appilikeeshinii “Intarneet Eksipoloorar” jehamu tajaajila isaa keessaa baasuu beeksise. Yeroo ammaa…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Silashii Baqqalaan Ambaasaaddar Tiiboor Naazh waliin mari’atan Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Ameerikaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Dooktar Injinar Silashii Baqqalaan Ittaanaa Ministira Ministeeraa Dhimma Alaa Dhimmoota Afrikaa…
Oduu biyya keessaa Roodmaappii tajaajila gorsaa ekisteenshinii qonna diijitaalaa Ityoophiyaa 2030 irratti mariin… Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Roodmaappii tajaajila gorsaa ekisteenshinii qonna diijitaalaa Ityoophiyaa 2030 irratti mariin gaggeeffamaa jira. Waltajjicharratti hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii “Addis Wag” gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii “Addis Wag” Waajjira Prees Seekretariyaatii Muummee Ministeeraan qophaa’u guyyaa har’aa fi boruu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Riifoormii damee barnootaan eegalame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Riifoormii damee barnootaan eegalame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsameera. Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birhaanuu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2’n Kitaabilee kuma 15 ol… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2'n Kitaabilee kuma 15 fi 400 arjoome. Dhaabbatichi Kitaabilee afaan biyya keessaa fi…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni ‘Hundee Oromo Grass Root Development Initiative’’ jedhamu horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen Miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa…