Irreechi Hora Harsadee nagaan xumuramuu Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa ibsan
Finfinnee, Fulbaana 22, 2015(FBC)- Irreechi Hora Harsadee karaa nagaan kabajamee xumuramuu Abbaan Gadaa Goobanaa Hoolaa ibsaniiru.
Abbaa Gadaa Goobanaa Hoolaa, Ayyaanni Irreechaa nagaan…