Idil Addunyaa Yaa’iin magaalota Afrikaa Keeniyaatti gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Yaa’iin magaalota Afrikaa Keeniyaa magaalaa Kiisuumootti gaggeeffamaa jiraachuu ibsameera. Yaa’ichi rakkoolee sababa jijjiirama qilleensaan magaalota…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaantii Gaambeellaa obbo Umood Ujuluun durfamu naannichatti indaastiriiwwan oomishaa… Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Gaambeellaa obbo Umood Ujuluun durfamu naannichatti sosochii hojii indaastiriiwwan oomishaa daawwachuu ibsame. Sosochii…
Oduu biyya keessaa Bosonni Maajaang UNISCO irratti galmaa’ee ture barbadaa’aa jiraachuun dhaga’ame Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Bosonni Maajaang UNISCO irratti galmaa’ee ture barbadaa’aa jiraachuun dhaga’ameera. Naannoo Gambeellaa godina saba Majaangii keessattii kan argamu…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Faransaay gidduutti waliigalteen deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.02 mallatteeffame Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi mootummaa Faransaay gidduutti waliigalteen deeggarsaa Birrii biiliyoona 1.02 mallatteeffamuu ibsameera. Waliigaltichi proojektiiwwan…
Oduu biyya keessaa Nageenya cimsuu fi gochawwan seeraan alaa irratti qabsaa’uuf kan hojjetan ta’uu jaarsoliin biyyaa… Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – mootummaa cinaa dhaabbachuun nageenya cimsuu fi gochawwan seeraan alaa irratti qabsaa’uuf kan hojjetan ta’uu jaarsoliin biyyaa naannoo Somaalee ibsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Eertiraa waliin faayidalee waloo bu’uura godhachuun waliin hojjechaa jirra- Obbo Dammaqaa Makonnin Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Eertiraa waliin faayidalee waloo bu’uura godhachuun tumsaan waliin hojjechaa jirra jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa…
Oduu biyya keessaa Baankiin Misoomaa Chaayinaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu cimsee itti fufuuf qophii ta’uu… Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Baankiin Misoomaa Chaayinaa hariiroo Ityoophiyaa waliin qabu cimsee itti fufuuf qophii ta’uu beeksiseera. Baankichi hariiroo gamlamee fi tumsa gama…
Oduu biyya keessaa Nageenya daandii eegsisuuf boru irraa eegalee duulli to’annoo kan gaggeeffamu ta’uu ibsame Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Nageenya daandii eegsisuuf guyyaa boruu irraa eegalee duulli to’annoo baatii tokkoof turu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera. Duulichi magaalaa Finfinnee…
Oduu biyya keessaa Dhiibbaawwan Jabina uummataa, hirmaannaa diyaaspooraa fi dippiloomaasiitiin dandamannee rakkoo… Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) –Dhiibbaawwan Jabina uummataa,hirmaannaa diyaaspooraa fi dippiloomaasiitiin dandamannee rakkoo hamaan osoo hin qaqqabiin itti fufneerra jedhan Ittaanaan…
Idil Addunyaa Eelsaabeet Boorn muummee ministiraa dubaraa Faransaay jalqabaa ta’uun muudaman Ayana Dheressa May 17, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 9, 2014 (FBC) – Eelsaabeet Boorn waggoottan 30 keessatti muummee ministiraa dubaraa Faransaay jalqabaa ta’uun Preezdaantii biyyattii Imaanu’eel Maakrooniin muudamuu…