Sirni Odeeffannoofi gabaasni yeroo muddamaa ofeeggannoon hoogganamuu akka qabu yaadachiifame
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Dhaabbileen miidiyaafi kominikeeshinii Sirni Odeeffannoofi gabaasni yeroo muddamaa haala faayidaa biyyaalessaa hubannoo keessan galcheeniifi ofeeggannoon…