Biiznasii Landanitti agarsiisa bunaa qopheessuuf mariin gaggeeffame Ayana Dheressa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Landanitti agarsiisa bunaa qopheessuuf mariin gaggeeffamuu ibsameera. Marichaan haala buna Ityoophiyaa akaa’uunii fi tumuun gabaa Ingiliziif…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonni naannolee fi Ministiroonni magaalaa Baahir Daar galan Ayana Dheressa May 11, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 3, 2014 (FBC) – Preezdaantonni naannolee fi Ministiroonni magaalaa Baahir Daar galaniiru. Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar dabalatee…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti lafa heektaara miiliyoona 4.5 ol kilaastaraan misoomsuuf hojjetamaa jira- BQO Ayana Dheressa May 9, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti lafa heektaara miiliyoona 4 fi kuma dhibba5 ol kilaastaraan misoomsuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Jallisii bonee marsaa lamaan lafti heektaarri kumni dhibbi 6 qamadiin uwwifameera- Ministeera Qonnaa Ayana Dheressa May 9, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Jallisii bonee marsaa lamaan lafti heektaarri kumni dhibbi 6 qamadiin uwwifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Umar…
Oduu biyya keessaa Himatamaan gama miidiyaa hawaasummaa oduu sobaan maqaa namootaa xureessuun himatame adabame Ayana Dheressa May 9, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Himatamaan miidiyaa hawaasummaarratti suuraa namootaa maxxansuun oduu sobaan maqaa gaarii namootaa xureessuunii fi arrabsuun himatame hidhaan adabamuu…
Teeknooloojii Ityoo Telekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) eebbisiisaa jira Ayana Dheressa May 9, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Ityoo Telekoom neetwoorkii moobaayilii dhaloota 5ffaa (5G) eebbisiisaa jira Sirna eebbaa kanarratti Hojii Raawwachiiftuu olaantuu Ityoo Telekoom Aadde…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti Proojeektiiwwan tajaajila bishaan dhugaatii 82 hojjetamaa jiraachuu ibsame Ayana Dheressa May 9, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Proojeektiiwwan tajaajila bishaan dhugaatii 82 idileen hojjetamaa jiraachuu Biiroon Bishaanii fi Inarjii Oromiyaa beeksise. Bara…
Oduu biyya keessaa Obbo Aganyahu Tashaagar Naannawaa Bahaa fi Afrikaa Kibbaatti bakka buutoota Baankii Addunyaa waliin… Ayana Dheressa May 9, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Af Yaa’iin Mana Maree Federeeshinii obbo Aganyahu Tashaagar Naannawaa Bahaa fi Afrikaa Kibbaatti bakka buutoota Baankii Addunyaa waliin mari’ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Lixaatti hojjettoota kenna tajaajilaarratti danqaa ta’an 1094 irratti tarkaanfiin… Ayana Dheressa May 9, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) –Godina Harargee Lixaatti hojjattoota mootummaa kenna tajaajilaa irratti danqaa ta’an kuma 1 fi 94 oliirratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Pablik…
Oduu biyya keessaa Jilli Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa magaalaa Goondar gale Ayana Dheressa May 9, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Jilli Yaa’ii Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa magaalaa Goondar galeera. Jilichi wayita buufata xiyyaaraa Atse Teewoodiroos ga’u hoggantoonni olaanoon…