Waajabila Faanaa Haadha Rifeensa dheeraa addunyaa kanaa-Ashaa Maandeelaa Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Ashaa Maandeelaan dheerinni rifeensa ishee meetira 33 yeroo ta’u galmee dinqisiisoo addunyaarratti galmoofteetti. Hadhi rifeensa guduruu kun Ameerikaa…
Fayyaa Lammiilee kuma 100’f tajaajilli wal’aansa bilisaa kennamuufi Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Ministeerri Fayyaa lammiilee kuma dhibba 1’f tajaajila wal’aansa bilisaa kennuuf qophii xumuruu beeksise. Tajaajilichi mata duree “gaarummaa fayyaa…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 845 oliin ijaaraman eebbisiifamaa jiru Ayana Dheressa Aug 19, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Qiirqoositti Piroojektoota Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 45 oliin ijaaraman…
Fayyaa Magaalichatti sagantaan guddinaafi kunuunsa ijoollummaan duraa hojiirra ooluufi Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee waggoottan sadan dhufanitti sagantaa guddinaafi kunuunsa ijoollummaan duraan daa’imman kumni dhibbi 3 fi kumni 30 ol…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Walisootti rasaasni kuma 3 fi 331 to’atame Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa magaalaa Walisootti, rasaasni seeran ala dadabarfamaa ture kumni 3fi 331 kaartaa Isnaapeerii waliin to’atame. Meeshaaleen…
Oduu biyya keessaa Daangaan Magaalaa Finfinneefi GAONF fayyadamummaa waloof bu’uura kaa’a- Obbo Shimallis Abdiisaa Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Daangaan Magaalaa Finfinneefi Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fayyadamummaa waloof bu’uura gaarii kan kaa’u ta’uu Pireezidaantii naannoo Oromiyaa…
Idil Addunyaa Awurooppaatti hongeen tajaajila geejjibaa galaanarraa danquu gabaafame Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Hongeen Awurooppaatti mudate tajaajila geejjiba galaanarraa danquu gabaafame. Ardichatti sababa hongeen hangi bishaan haroowwaniifi laggeenii hir’achuun…
Oduu biyya keessaa Waldhabdee Kaabaa furuuf yaadni ragga’e murannoo mootummaa kan mirkaneessudha- Billanee Siyyuum Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Waldhabdee Kaaba biyyattii furuuf yaadni murtoo ragga’e murannoo mootummaan filannoo nageenyaaf qaba kan mirkaneessu ta’uu Itti gaafatamtuun…
Oduu biyya keessaa Hojiin suphaa “Istiiliing Beezii” buufata maddisiisa anniisaa Qooqaa xumurame Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Hojiin suphaa “Istiiliing Beezii” buufata maddisiisa anniisaa Qooqaa Birrii miiliyoona 20 hojjetame xumuramuu ibsameera. Bakki bishaan gama dhabamsiisa…
Oduu biyya keessaa Waltajjiin hojiilee daddabarsa namootaa ittisuu irratti hojjetaman gamaaggamu gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Aug 18, 2022 0 Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Waltajjiin hojiilee daddabarsa namootaa ittisuu irratti hojjetaman gamaaggamu gaggeeffamaa jira. Waltajjichaan namootaan daldaluu, seeraan ala nama…