Dooniin midhaanii Yuukreen buufata doonii Odeessaarraa midhaan fe’uun imala ishee eegalte
Finfinnee, Adoolessa 25, 2014 (FBC) – Bu’uura waliigaltee Raashiyaa waliin taasifameen dooniin midhaanii Yuukreen erga waraanni biyyoota lameenii eegaleen asitti yeroo jalqabaaf midhaan al…