Ijipt laga Abbaay %100 fayyadamuuf mirga gaafachuu hin qabdu- Tiiboor Naazh
Finfinnee, Waxabajjii 23, 2014 (FBC) – Laga Abbaayiif bishaan copha tokko kan hin gumaachine Ijipt mirga bishaanicha %100 fayyadamuuf mirga gaafachuu hin qabdu jedhan Ministeera Dhimma Alaa…