Oduu biyya keessaa Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 eegala- BBO Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qormaanni Kutaa 8ffaa Waxabajjii 27 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnoota Oromiyaa beeksise. Qophiin qormaata naannoo kutaa 8ffaa bara 2014 xumuramuusaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdeen yaa’ii qophii barnoota duraa UNISCOrratti hirmaachaa jiru Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen yaa’ii qophii barnoota duraa UNISCOrratti hirmaachaa jiraachuu ibsameera. Yaa’icharratti Ministiroonni…
Oduu biyya keessaa Siidaan Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbifame Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Siidaa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisiisaniiru. Siidaan kun Birrii miiliyoona 21’n…
Oduu biyya keessaa Jilli Ittaanaa Preezdaantii MNO obbo Awwaluu Abdiin durfamu Aanaa Gullisootti, Mana Barumsaa Ifa… Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Awwaluu Abdii fi Itti Gaafatamaa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Obbo Fiqaaduu…
Idil Addunyaa Qoqqoobbiin biyyoonni garee torbaa Raashiyaarra kaa’an qaala’iinsa gatii Addunyaa hammeesse Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qoqqoobbiin biyyoonni garee torbaa Raashiyaarra kaa’an qaala’iinsa gatii Addunyaa hammeesse jedhame. Tibbana biyyoonni garichaa Jarmanitti…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baaleetti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii… Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) –Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Godina Baaleetti proojektoota misoomaa garaagaraa eebbisiisuun hojii eegalchiisaniiru.…
Oduu biyya keessaa Qajeelchi olaanaan Mahaandisa Raayyaa Ittisa Biyyaa daandii Gilgal Balasii hanga Hidha Haaromsa… Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Qajeelchi olaanaan Mahaandisa Raayyaa Ittisa Biyyaa ijaarsa daandii Gilgal Balasii hanga Hidha Haaromsa Guddichaa Ityoophiyaa xumuruun eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezidaanti Shimallisiin durfamu Godina Baalee magaalaa Roobee gale Ayana Dheressa Jun 29, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 22, 2014 (FBC) – Jilli Preezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Baalee magaalaa Roobee galeera. Obbo Shimallisii fi…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni Godina Wallagga Lixaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun shira Shanee ni fashaleessina… Ayana Dheressa Jun 27, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Dargaggoonni Godina Wallagga Lixaa qaamolee nageenyaa waliin ta’uun shira garee shororkeessaa Shanee fi garee farreen nageenyaa biroo kan fashaleessan…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanach Abeebeen ijaara haaromsa manneen tiyaatiraa magaalichaa daawwatan Ayana Dheressa Jun 27, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 20, 2014 (FBC) – Kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen ijaara haaromsa manneen tiyaatiraa Daa’immanii fi Dargagoota Finfinnee fi mana Tiyaatiraa Hagar…