Ispoortii Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa injifate Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) - Tapha Piriimiyar Liigii Itiyoophiyaa torbee 30ffaan Bunni Itiyoophiyaa Magaalaa Adaamaa galchii 2-0’n injifateera. Tapha Istaadiyaamii Yuuniivarsiitii…
Oduu biyya keessaa Aadde Adaanech Abeebeen gamoo mana jireenyaa abbaa darbii 5 namoota harka qalleeyyiif dabarsan Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanech Abeebeen gamoo mana jireenyaa abbaa darbii 5 naannoo “Baggoonnet Lakk. 3” jedhamuun mogga’etti ijaarame…
Oduu biyya keessaa Baatiiwwan salgan darban lammiileen miiliyoonni 9 ol Finfinnee daawwachuun ibsame Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Xiyyeeffannoo mootummaan damee tuurizimiif kenneen waggoota muraasa keessatti jijjiiramni hedduun galmaa’uu Biiroon Aadaa, Ogummaafi Tuurizimii Magaalaa…
Oduu biyya keessaa Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa dandeettii biyyattiin damee teeknooloojiin qabdu agarsiisa-… Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Eksipoon Teeknooloojii Itiyoophiyaa dandeettii biyyattiin damee teeknooloojiin qabduufi xiyyeeffannoo damichaaf kennite kan agarsiisu ta’uu Kantiibaan…
Ispoortii Atileet Madiinaa Iisaa dorgommii fiigicha kiilomeetira 10 Maanchisteritti gaggeeffame injifatte Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017 (FMC) – Atileet Madiinaa Iisaa dorgommii fiigicha kiilomeetira 10 Maanchisteritti gaggeeffame injifatteetti. Atileet Madiinaan dorgommicha daqiiqaa 30 fi…
Oduu biyya keessaa Milkaa’ina gaaffii Ulaa Galaanaaf Lammiileen hundi tumsuu qabu – Hayyoota Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, caamsaa 10, 2017 (FMC) - Mirga biyyattiin ulaa galaanaa argachuuf qabdu dhugoomsuuf hojiin mootummaan hojjechaa jiru akka milkaa’uuf lammiieen hundi qooda irraa eegamu gumaachuu…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti Ashaaraa Magariisaaf boolli biqiltuu biiliyoonni 1 qophaa’eera Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Naannoo Oromiyaatti Sagantaa Ashaaraa Magariisaa bara kanaaf hanga ammaatti boolli biqiltuu biiliyoonni 1 qophaa’uu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Adeemsi raayyaa ergamaafi dirqama isaa bahatu ijaaruu cimee itti fufa- Ajaja Kibbaa Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Adeemsi raayyaa ergamaafi dirqama isaa bahatu ijaaruu cimee kan itti fufu ta’uu Ajajni Kibbaa ibse. Ajajichi loltoota bu’uuraa ji’oottan darban…
Ispoortii Taphni Arsenaaliifi Niwukaasil Yuunaayitid ni eegama Ayana Dheressa May 18, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 10, 2017(FMC) – Tapha Piriimer Liigii Ingilaandi torbee 37ffaan taphni Arsenaal Niwukaasil Yuunaayitid waliin har’a galgala sa’aatii 12:30 irratti taphatu ni eegama.…
Oduu biyya keessaa Ministeerri Fayyaa haala waqtaawaa tajaajila fayyaa irratti ibsa kenne Ayana Dheressa May 15, 2025 0 Finfinnee, Caamsaa 7, 2017(FMC) – Ministeerri Fayyaa haala waqtaawaa tajaajila fayyaa irratti ibsa kenneera. Ministeerichi tajaajila fayyaa qulqullina qabuufi haqa qabeessa waliingahuuf…