Aadaafi Duudhaalee Oromoo cimsuuf ni hojjenna- Abbaa Gadaa Geetuu Taliilaa
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2018(FMC)- Abbaan Gadaa Tuulamaa haaraan Geetuu Taliilaa bara Gadaa isaanitti aadaafi duudhaalee Oromoo cimsuuf ni hojjenna jedhan.
Abbaan Gadaa Geetuu Taliilaa…