Oduu biyya keessaa Waltajjiin marii “Addis Wag” gaggeeffamaa jira Ayana Dheressa Jun 16, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii “Addis Wag” Waajjira Prees Seekretariyaatii Muummee Ministeeraan qophaa’u guyyaa har’aa fi boruu kan gaggeeffamu ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Riifoormii damee barnootaan eegalame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Riifoormii damee barnootaan eegalame milkeessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsameera. Ministirri Ministeera Barnootaa Proofeesar Birhaanuu…
Oduu biyya keessaa Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2’n Kitaabilee kuma 15 ol… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Preesii Ityoophiyaa Mana Kitaabaa Abrihootiif marsaa 2'n Kitaabilee kuma 15 fi 400 arjoome. Dhaabbatichi Kitaabilee afaan biyya keessaa fi…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Dhaabbanni ‘Hundee Oromo Grass Root Development Initiative’’ jedhamu horsiisee bultoota godina Booranaa hongeen Miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa…
Idil Addunyaa Turkiyyeen bara 2023tti gaazii uumamaa meetirik kuubii miiliyoona 10 galaana gurraacharraa gara… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Turkiyyeen kurmaana jalqabaa bara 2023tti guyyaa guyyaan gaazii uumamaa meetirik kuubii miiliyoona 10 galaana gurraacharraa gara biyya keessaatti…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti biqiltuu miiliyoona 7.4 dhaabuuf qophiin taasifamuu ibsame Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti ganna bara kanaan biqiltuu miiliyoona 7 fi kuma dhibba 4 ol dhaabuuf qophiin taasifamuu Biiroon Miidhaginaa fi Misooma…
Oduu biyya keessaa Mariin walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate… Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Mariin walitti hidhamiinsa indaastirii oomishaalee fi galtee indaastirii irratti xiyyeeffate gaggeeffame Ministirri Ministeera Indaastirii Obbo…
Oduu biyya keessaa Jilli Obbo Musxafee Mohaammadiin durfamu Magaalaa Booramaa gale Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mohaammadiin durfamu Somaalilaand magaalaa Booramaa galuu ibsame. Jilichi wayita Booramaa…
Biiznasii Damee Indaastirii Oomishaarraa galiin Doolaarrii miiliyoonni 418 argamuu ibsame Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Baatiwwan kurnan bara baajataa 2014tti damee Indaastirii Oomishaarraa galiin Doolaarrii miiliyoonni dhibbi 4 fi miiliyoonni 18 argamuu Ministerri…
Oduu biyya keessaa Leenjiin leenjistootaa ogeeyyii aartii Magaalaa Baatuutti kennamaa ture xumurame Ayana Dheressa Jun 14, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Leenjiin leenjistootaa ogeeyyii aartii qindoomina Giddugala Aadaa Oromoo fi Yuunvarsiitii Naannoo Oromiyaan guyyoota 15'f Magaalaa Baatuutti kennamaa…