Godinichatti sagantaan guyyaa tokkotti biqiltuu bunaa miiliyoona 10 dhaabuu eegale
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2014 (FBC) – Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa godina Kafaatti sagantaan guyyaa tokkotti biqiltuu bunaa miiliyoona 10 dhaabuu ifatti eegaluu ibsameera.…