Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti facaasaan oomisha ruuzii kilaastara eegalame Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Godina Jimmaatti facaasaan oomisha ruuzii kilaastara eegalameera. Godinichatti bara darbe oomisha ruuzii lafa heektaara kuma 2 fi 100 irratti…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Bishaan Gurraachaatti piroojektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 59 hojjetaman eebbifaman Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Magaalaa Bishaan Gurraachaatti piroojeektoonni garaagaraa Birrii miiliyoona 59'n hojjetaman eebbifamaniiru. Manneen barnootaa sammuun namaa itti…
Idil Addunyaa Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa godaantotaan dhuunfatamuu akka danda’an gamtichi akeekkachiise Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Biyyoonni miseensa gamtaa Awurooppaa godaantotaan dhuunfatamuu akka danda’an Gamtaan Awurrooppaa akeekkachiisuu gabaafame. Sababa waraana Raashiyaa fi…
Fayyaa Qorichi seeraan ala mana jireenyaa nama dhuunfaa keessatti kuufame to’atame Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Qorichi seeraan ala mana jireenyaa nama dhuunfaa keessatti kuufame to’atamuu Abbaan Taayitaa Nyaataa fi Qorichaa Ityoophiyaa beeksiseera. Qorichichi…
Idil Addunyaa Ingiliz Fulbaana 5, 2022tti Muummee Ministiraa haaraa ni beeksifti jedhame Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Ingiliz baatii faranjootaa Fulbaana 5,2022tti Muummee Ministiraa ishee haaraa kan beeksiftu ta’uu gabaafame. Paartii Konsarvaatiivii biyyattii keessaa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti wabii nyaataa magaalotaa mirkaneessuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Oromiyaatti bara baajataa 2015tti wabii nyaataa magaalotaa mirkaneessuu fi hiyyummaa hir’isuurratti xiyyeeffannoon kan hojjetamuu ta’uu ibsameera.…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalicha carraan manneen waliin jireenyaa tibbana ba’e waliin dhahamu beeksise Ayana Dheressa Jul 12, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 5, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee dhimma hanna daataa kondoominiyeemii 20/80 fi 40/60 tibbana bahe qorachaa jiraachuu beeksiseera. Dhimmichaan walqabatee…
Oduu biyya keessaa Bara baajatichaatti ijaarsa Hidha Haaromsa Ityoophiyaa Guddichaaf Birrii biiliyoonni 1ol walitti… Ayana Dheressa Jul 11, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Bara baajataa darbetti ijaarsa Hidha Haaromsa Ityoophiyaa Guddichaaf Birrii biiliyoonni 1ol walitti qabamuu Waajjirri Mana Maree Qindeessaa Hirmaannaa…
Oduu biyya keessaa Ayarlaand Ityoophiyaaf Yuuroo miiliyoona 1 deeggarsa taasiste Ayana Dheressa Jul 11, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Ayarlaand Ityoophiyaaf deeggarsa dabalataa Yuuroo miiliyoona 1 taasisuu ibsame. Deeggarsichi lammiilee biyyattii bakkeewwan garaagaraatti rakkoo…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti piroojektoota eebbifaman keessaa 570 sadarkaa kilaastara magaalatti ijaaramanii… Ayana Dheressa Jul 11, 2022 0 Finfinnee, Adoolessa 4, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti piroojektoota eebbifaman keessaa, Piroojektoonni 570 sadarkaa kilaastara magaalatti ijaaramanii eebbifamuu ibsameera. Sadarkaa…