Oduu biyya keessaa Namoonni Birriin sobaa kumni 58 harkatti qabame to’ataman Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Namoonni Birriin sobaa kumni 58 harkatti qabame 2 to’atamuun qorannoon irratti gaggeeffamaa jiraachuu Poolisiin Magaalaa Finfinnee beeksise.…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tafarii Mallas hojiilee nageenya mirkaneessuu fi misoomaa mootummaan hojjechaa… Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Ambaasaaddar Tafarii Mallas hojiilee nageenya mirkaneessuu fi misoomaa mootummaan hojjechaa jirurratti miseensota paarlaamaa Ingiliziif ibsa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannichaa yaa’ii idileesaa gaggeessaa jira Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – Manni Maree naannoo Uummattoota Kibbaa yaa’ii idilee 14ffaa marsaa 3ffaa bara hojii 9ffaa gaggeessaa jira. Manni marichaa yaa’iisaa kanaan…
Oduu biyya keessaa “Nageenyi bu’uuraa waan hundaati; bu’uurri nageenyaa ammoo nama” Obbo Binnaalfi Anduwaalem Ayana Dheressa Jun 22, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 15, 2014 (FBC) – “Nageenyi bu’uuraa waan hundaati; bu’uurri nageenyaa ammoo nama” jedhan Ministirri Ministeera Nageenyaa Obbo Binnaalfi Anduwaalem. Konfiransiin…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun bunaa miliyoonni 600 dhaabbachuu ibsame Ayana Dheressa Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Oromiyaatti hanga ammaatti biqiltuun bunaa miliyoonni 600 dhaabbachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Oromiyaatti biqiltuu bunaa biliyoona 1.3…
Oduu biyya keessaa Obbo Ashaadlii Hasan naannichatti qophii Ashaaraa Magariisaa bara kanaa daawwatan Ayana Dheressa Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadlii Hasanii fi Waajjira Muummee Ministeeraatti qindeessaan Giddugala Ijaarsa Sirna Diimokiraasii…
Idil Addunyaa Hoggantoonni biyyoota Afrikaa Bahaa walitti bu’iinsa Riippaabiliika Dimookiraatawaa Koongoorratti… Ayana Dheressa Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Hoggantoonni biyyoota Afrikaa Bahaa walitti bu’iinsa Mootummaa Riippaabiliika Dimookiraatawaa Koongoo fi finciltootta gidduutti uumameef furmaata…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Salaalee mana kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 15 ol arjoome Ayana Dheressa Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Salaalee mana kitaabaa Abrihootiif kitaabilee kuma 15 ol guyyaa har’aa arjoomeera. Kitaabilee kanneen Ittaanaan Preezdaantii Qorannoo…
Idil Addunyaa Saawud Arabiyaan dhorkii imalaa Ityoophiyaa, Turkiyyee, Hindii fi Veetnaamirra keessee turte kaafte Ayana Dheressa Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Saawud Arabiyaan sababa vaayrasii koroonaan dhorkii imalaa Ityoophiyaa, Turkiyyee, Hindii fi Veetnaamirra keessee turte kaasuu gabaafameera.…
Oduu biyya keessaa Sagantaan shaakala hojii gurmaa’insa dargaggootaa dargaggoota kuma 70 hojii waliin walquunnamsiisa-… Ayana Dheressa Jun 20, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 13, 2014 (FBC) – Sagantaan shaakala hojii gurmaa’insa dargaggootaa dargaggoota magaalota 11 kuma 70 hojii waliin kan walquunnamsiisu ta’uu Ministeerri Hojii fi Ogummaa…