Firaankoo Maastaantuunoon Riyaal Maadiriidiif mallatteesse
Finfinnee, Hagayya 8, 2017(FMC)- Riyaal Maadiriid Firaankoo Maastaantuunoo Riivar Pileet irraa mallatteessisuu ifoomse.
Kilabichi taphatichaaf Yuuroo miiliyoona 45 baasii taasiseera.…