Oduu biyya keessaa Manni Marichaa labsii fooyyessii gumruukaa raggaasise Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Manni Maree Bakka Bu’oota Uummataa walga’ii idilee 24ffaa gaggeesseen wixinee labsii, labsii gumruukaa fooyyessuuf dhiyaate qorachuun raggaasiseera.…
Idil Addunyaa Waliigaltee dhukaasa dhaabuu Israa’el fi Iraan… Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Furmaata waaraa hin argatiin kan jiru waraanni Israa’el fi Iraan ammas rakkoo naannawichaafi addunyaa ta’ee itti fufeera. Waliigaltee dhukaasa dhaabuu…
Oduu biyya keessaa Wixineen Baajata bara 2019 Birrii Tiriiliyoona 2.33 ol ta’uun dhiyaate Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Manni Maree Ministirootaa wixineen baajata bara 2019 Birrii Tiriiliyoona 2.33 ol ta'uun Mana Maree Bakka Bu’oota Uummataaf akka qajeelfamu murteesseera.…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa Waxabajjii 8 kennamuu eegala Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018(FMC)- Naannoo Oromiyaatti qormaanni sadarkaa naannoo kutaa 6ffaa Waxabajjii 8, 2018 irraa eegalee kennamuu eegala jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa.…
Oduu biyya keessaa Kaampiiwwan keessatti filattoonni sagalee isaanii kennaa jiru Ayana Dheressa Jun 9, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 2, 2018( FMC)- Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Caamsaa 24, 2018 Filannoo Waliigalaa 7ffaa gaggeessuun isaa ni beekama. Boordichi aangoo bu’uura labsii filannoo,…
Teeknooloojii Magaalichatti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob 9ffaan hojii eegale Ayana Dheressa Jun 8, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti Tajaajilli Giddugala Tokkoo Masoob 9ffaan Kutaa Magaalaa Eekkaatti hojii eegaleera. Kantiibaa Itti Aanaafi Hogganaan Biiroo…
Teeknooloojii Raacatiin Piroo Baayootikii aannan itichuu danda’u ‘Itittuu’ jedhamu ifoome Ayana Dheressa Jun 8, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Inistiitiyuutiin Qorannoo Qonnaa Itiyoophiyaa qorannoo Baayoo-teeknooloojiin raacatii Piroo Baayootikii aannan itichuu danda’u ‘Itittuu’ jedhamu…
Oduu biyya keessaa Gareewwan hidhatanii socho’an waliin hariiroo hin qabnu- ONLF Ayana Dheressa Jun 8, 2026 0 Finfinnee, Waxabajjii 1, 2018 (FMC) – Gareewwan hidhatanii socho’an waliin hariiroo hin qabnu jedhe Addi Bilisummaa Biyyaalessaa Ogaadeen. ONLF ibsa baaseen karaa nagaan akka socho’u…
Oduu biyya keessaa Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf wareegama kamiinuu kaffaluuf qophiidha- Eebbifamtoota qondaaltota… Ayana Dheressa Jun 7, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Ogummaa loltummaa ammayyaa horataniin birmadummaafi kabaja biyyaa kabachiisuuf wareegama kamiinuu kaffaluuf qophiidha jedhan eebbifamtoonni qondaaltota…
Oduu biyya keessaa Filannoo Waliigalaa 7ffaan dubartoonni mirga diimokiraasii isaaniitti fayyadamuun dammaqinaan… Ayana Dheressa Jun 7, 2026 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa 7ffaan dubartoonni mirga diimokiraasii isaaniitti fayyadamuun dammaqinaan hirmaataniiru jedhan Pirezidaantiin Waldaa Dubartootaa…