Oduu biyya keessaa Preezdaant Shimallis Baahir Daar galan Ayana Dheressa Feb 10, 2022 0 Finfinnee, Guraandhala 3, 2014 (FBC)- Preezdaantiin naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan Baahir Daar galan. Preezdaant Shimallis Baahir Daar buufata Xiyyaaraa Balaay Zallaqaa wayita…
Oduu biyya keessaa Lammiilee naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUTiin buqqaafamaa jiraniif furmaatni ariifachiisaan… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Lammiilee naannoo Afaar garee shororkeessaa ABUTiin qe’ee fi qabeenyasaaniirraa buqqaafamaa jiraniif furmaatni ariifachiisaan kan barbachisu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Magaalota waraanaan miidhaman waaraan dhaabuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama- Ministeera Magaalaa fi… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Magaalota waraanaan miidhaman waaraan dhaabuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu ta’uu Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa beeksise.…
Teeknooloojii Iraan Misaa’ela fageenya dheeraa haaraa ifoomsite Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Iraan Misaa’ela fageenya dheeraa imalu haaraa Keeyibaar Sheeyikaan jedhamu ifoomsuu beeksifte. Misaa’elichi bakka ajajaa olaanaan humna waraanaa…
Oduu biyya keessaa Preezdaantonni naannolee Amaaraa fi Beenishaangul Gumuz haala yeroorratti waliin mari’atan Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Preezdaantiin naannoo Amaaraa Dookatr Yiliqaal Kaffaalaa fi Preezdaantiin naannoo Beenishaangul Gumuz Obbo Ashaadiilii Hasan haala yeroorratti waliin…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee isaa guyyaa boruu kan gaggeessu ta’uu ibsame Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Manni Maree magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 1ffaa bara hojii 3ffaa guyyaa boruu kan gaggeessu ta’uu ibsame. Daayreektarri Preesii fi sabquunnamtii…
Oduu biyya keessaa Taateewwan sababa walitti bu’iinsaan raawwataman kan isaan gaddisiise ta’uu Ittaantuun Barreessituu… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Taateewwan sababa walitti bu’iinsaan Ityoophiyaatti raawwataman kan isaan gaddisiise ta’uu Ittaantuun Barreessituu Olaantuu Dhaabbata Mootummoota…
Oduu biyya keessaa Proofeesar Birihaanuun Ambaasaaddara Raashiyaa waliin damee barnootaan haala hariiroo biyyoota… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) –Ministirri Minsteera Barnootaa Proofeesar Birihaanuu Naggaan Ambaasaaddara Raashiyaa Iivgeet Tarkiin waliin gama damee barnootaan haala hariiroo Etyoo-…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Zawdee fi Ittaantuun barreessituu DhMG daa’imman garee shororkeessaa ABUTiin… Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee fi Ittaantuun barreessituu Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii Amiinaa Mahaammad naannoo Afaar hospitaala…
Idil Addunyaa Faransaay Maalii dabalatee biyyoota Lixa Afrikaa qoqqooduuf yaalaa jirti- MM Maalii Ayana Dheressa Feb 9, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 2, 2014 (FBC) – Faransaay Maalii dabalatee biyyoota Lixa Afrikaa qoqqooduuf yaalaa jiraachuu Muummeen Ministiraa Maalii Chuuguu’eel Maayigaan ibsan. Muummeen…