Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad Ikuwaatooriyaal Giinii galan Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ikuwaatooriyaal Giinii Maalaaboo galaniiru. Naayjeeriyaatti daawannaa hojii guyyoota lamaa kan taasisan Muummeen…
Oduu biyya keessaa Godina Horroo Guduruu Wallaggaatti belladoonni Shaneen saamamanii turan oppireeshinii nageenyaa… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Godina Horroo Guduruu Wallaggaa, Aanaa Horroo Bulluqitti,Oppireeshinii nageenyaa gaggeeffameen horiin gaanfaa 110, re'oonni 8 fi hoolonni 5 Shaneen…
Oduu biyya keessaa Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti raammoon geerii midhaan lafa hektaara 500 irraa miidhuu… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Naannoo Ummatoota Kibba Lixaa Ityoophiyaatti Raammoon Geerii Afrikaa midhaan lafa hektaara 500’rraa jiru miidhuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksise.…
Oduu biyya keessaa Abbootiin qabeenyaa Turkii Naannoo Affaaritti filannoowwan invastimantii garaagaraarratti akka… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Turkii Naannoo Affaaritti filannoowwan invastimantii garaagaraarratti akka hirmaataniif Preezdaantiin naannichaa Obbo Awwal Aarbaan…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa fi birmadummaa Ityoophiyaa eeguuf Raayyaan Ittisaa dammaqaadha-F/M Birhaanuu Juulaa Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Tokkummaa fi birmadummaa Ityoophiyaa eeguudhaaf Raayyaan Ittisaa dammaqiinaan dhaabbatee jiraachuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Waraanaa Fiild…
Oduu biyya keessaa Gochi shorokeessumaa Al-Shabaab Magaalaa Finfinneetti raawwachuuf ture fashalaa’uu poolisiin… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Gochi shorokeessumaa Al-Shabaab Magaalaa Finfinneetti raawwachuuf ture fashalaa’uu poolisiin beeksiseera. Duula waloo Poolisiin Federaalaa fi Poolisiin…
Idil Addunyaa Chaayinaan qajeelfama misooma biyyaa keessaan giddu seentummaa qaama kamiiyyuu akka hin… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) - Chaayinaan ofiin of bulchuu fi mirgi misoomuu mirgoota namoomaa kan dursan ta’uu hubachiifte. Preezdaantiin Chaayinaa Zhi Jinping akka himanitti,…
Biiznasii Gatii boba’aa tasgabbessuuf mootummaarra kisaaraan Birrii biiliyoonni 124 ga’uu ibsame Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Tattaaffii gatii boba’aa tasgabbeessuuf taasifameen mootummaarra kisaaraan Birrii biiliyoonni 124 ga’uu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Aadaa Oromoo Biiroo Aadaafi Turizimii Oromiyaa waliin ta’uun Artistoota ogummaa… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Finfinnee, Caamsaa 18, 2014 (FBC) - Giddugalli Aadaa Oromoo fi Biiroon Aadaa fi Turizimii Oromiyaa waliin ta’uun marsaa 5ffaaf Artistoota ogummaa garagaraan leenjisaa turan Giddugala Aadaa…
Oduu biyya keessaa Yakki hannaa bu’uuraalee misoomaa elektrikaa baaburaarratti raawwatamu sadarkaa yaaddessaarra ga’uu… Ayana Dheressa May 26, 2022 0 Caamsaa 18, 2014 (FBC) – Yakki hannaa bu’uuraalee misoomaa elektrikaa baaburaarratti raawwatamu sadarkaa yaaddessaarra ga’uu Tajaajilli Baabura Salphaa Magaalaa Finfinnee beeksiseera.…