Jiraattonni magaalaa Aggaaroo haleellaa amantaa da’eeffachuun raawwatamuuf ture fashaleessan
Finfinnee, Caamsaa 5, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Aggaaroo bulchiinsaa fi qaamolee seeraa magaalichaa waliin ta’uun haleellaa amantaa da’eeffachuun raawwatamuuf ture fashaleessuu…