Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fiichee Cambalaalaa nagaan xumuramuu ibsame Ayana Dheressa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fiichee Cambalaalaan nagaan xumuramuu Biiroon Nageenyaa naannichaa beeksise. Hogganaan biirichaa obbo…
Oduu biyya keessaa Jeneraal Dammallash Gabramikaa’el Ministira Dhimma Keessaa Faransaay fi Keeniyaatti hogganaa… Ayana Dheressa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallash Gabramikaa’el Ministira Minsteera Dhimma Keessaa Faransaay Jiin Kiristoof fi Keeniyaatti…
Idil Addunyaa NATOn qocholaa naannawaa Eeshiyaa Paasifikitti taasisurraa akka of qusatu Chaayinaan akeekkachiiste Ayana Dheressa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – NATOn Awurooppaa naannawaa walitti bu’iinsaa taasisuurra darbee qocholaa naannawaa Eeshiyaa Paasifikitti taasisurraa akka of qusatu Chaayinaan…
Oduu biyya keessaa Sagantaan kitaabilee walitti qabuu baatii 1’f turu eegale Ayana Dheressa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Mata duree “Kitaabilee miiliyoona dhaloota Miliiniyeemichaaf” jedhuun sagantaan kitaabilee walitti qabuu baatii 1’f turu ifatti eegaleera. Sagantichi…
Oduu biyya keessaa Tokkummaa fi waliin jireenya cimsanii itti fufuun barbaachisaadha- Obbo Dassitaa Leeddaamoo Ayana Dheressa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Tokkummaa fi waliin jireenya cimsanii itti fufuun barbaachisaa ta’uu Preezdaantiin naannoo Sidaamaa Obbo Dassitaa Leeddaamoo ibsaniiru. Ayyaana Fiichee…
Oduu biyya keessaa Jilli MM Abiy Ahmadiin durfamu ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaal daawwate Ayana Dheressa Apr 29, 2022 0 Finfinnee, Eebila 21, 2014 (FBC) – Jilli Muummee Ministiraa Abiy Ahmadiin durfamu naannoo Amaaraa godina Shawaa Kaabaa aanaa Insaaroo Lammiitti ijaarsa Warshaa Simmintoo Naashinaal…
Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaa Makonnin Daayrektara Olaantuu Yuuniiseef Kaatriin Raasil waliin mari’atan Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Daayrektara Olaantuu Yuuniiseef Kaatriin Raasil waajjira…
Oduu biyya keessaa Itaamaajur Shuumiin Humna Waraanaa Ityoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan magaalaa Hawaasaa… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Itaamaajur Shuumiin Humna Waraanaa Ityoophiyaa Fiild Maarshaal Birhaanuu Julaan naannoo Sidaamaa magaalaa Hawaasaa galan. Fiild Maarshaal Birhaanuu…
Oduu biyya keessaa Namoonni dhuunfaa waraqaa eenyummaa sobaa maxansaa turan to’ataman Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaa waraqaa eenyummaa sobaa maxxansaa turan harkaa harkatti to’atamuu ibsame. Namoonni waraqaa eenyummaa sobaa…
Oduu biyya keessaa Akka uummata tokkootti warreen badiisa Ityoophiyaa barbaadan hundaaf bakka bu’aa karoora badii… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Akka uummata tokkootti warreen badiisa Ityoophiyaa barbaadan hundaaf bakka bu’aa karoora badii isaanii akka taanetti akka nu fudhataniif eeyyamuu hin qabnu…